Uummata warqii kana waliin ooltee eessaa beelofta jetteetu. #Salaalee, aanaa #Daagamiin jirra. Uummatni Salaalee Oromoo ani qalbii kiyya keessaa qabu (kan yaada) warra mul'inaa natti agarsiisan keessaa tokko. Akkasumallee Gootummaa, arjummaa, jaalalaa fi kabaja irraa baratta. Hamtuun isin hin tuqiin ilmaan Taaddassaa Birruu. #Love_you_so_much!
Dambalii jaalalaa ijoollee babbareedduuf, warra jaalalaan nama maalalchituuf! SUBSCRIBE godhaati ijoollee lubbu lubbuus haa dhaggeeffatan! LIKE SHARE COMMENT SUBSCRIBE hin irraanfatamani!